Fana: At a Speed of Life!

Mariin imala qabsoo Oromoorratti xiyyeeffate Roobeetti taa’amaa jira

Finfinnee, Gurraandhala 24, 2012 (FBC) – Mariin imala qabsoo Oromoorratti xiyyeeffate godina Baalee Lixaa magaalaa Roobee Galma Abbaa Gadaatti taa’amaa jira.

Waltajjicharratti gorsaa olaanaan muummee ministiraa obbo Leencoo Baatii, abbootiin amantaa, abbootiin Gadaa, abbootiin qabeenyaa fi bakka bu’oonni hawaasaa aanaalee godina Baalee Lixaa argamaniiru.

Obbo Leencoon qabsoon Oromoo bu’aa bayii fi gufuu hedduudhan sakaalamaa turteera jedhan.

Yeroo ammaas gaaffiin Oromoo deebii argachaa jira jedhaniiru.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.