Fana: At a Speed of Life!

Meedirook Ityoophiyaan lammiilee buqqa’aniif Birrii miiliyoona 50 deeggarsa taasiise

Finfinnee, Fulbaana 5, 2014 (FBC) – Meedirook Ityoophiyaan lammiilee sababa weerara garee Shororkeessaa ABUTtiin qa’ee fi qabeenya isaanirraa buqqa’aniif Birrii miiliyoona 50 deeggarsa taasiseera.
Hojii Raawwachiisaa olaanaa Meedirook Ityoophiyaa obbo Jamaal Ahimad deeggarsicha Bulchiinsa mootummaa naannoo Amaaraaf laataniiru.
Minyichi Azzazaatu gabaase.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.