Fana: At a Speed of Life!

Meeshaaleen kontirobaandii Birri miiliyoona 245tti tilmaamamu to’atame

Finfinnee, Onkololeessa 13, 2016 (FBC) – Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 245tt olitti tilmaamamu to’atamuu Komishiniin Gumrukaa beeksise.

Komishinichi hordoffii Onkololeessa 2 – 8,2016 taasiseen, meeshaalee karaa seeraan alaa gara biyya keessaa galuuf turan Birrii miiliyoona 170 baasanii fi Meeshaalee karaa seeraan alaa biyya keessaa ba’uuf turan Birrii miiliyoona 75.2 olitti tilmaamaman to’atamuu ibseera.

Uffataalee, Boba’aa , Horiin Gaafaa, Meeshaalee Elektrooniksii, Bunni, Qorichaaleen, Konkolattoonni, meeshaalee faayaa, Jimaa, meeshaaleen Waraanaa, baalli Sammuu namaa hadoochu, Zayinni nyaataa fi mallaqqoonni biyyoota garaagaraa to’atamuun ragaan Komishinichaa argamu ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaan

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.