Fana: At a Speed of Life!

Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii biiliyoona 2tti tilmaamaan to’ataman

Finfinnee, Gurraandhala 16, 2013 (FBC)-Bara baajaticha baatiwwan 7n darbanitti meeshaaleen kontiroobaandii baasii fi galiirra tilmaama Birrii biiliyoonni 1 miiliyoonni dhibbi 9 fi miiliyoonni 88 kumni dhibbi 2 fi kumni 14 fi 981 to’atamuu Ministeerri Galiiwwanii beeksise.
Kanneen keessaa meeshaaleen kontiroobaandii galii fi maallaqni seeraan alaa biiliyoona 1 fi miiliyoona 608 fi kumni dhibbi 5 fi kumni 82 fi 897 yoo ta’u, maallaqa seeraan alaa fi meeshaaleen kontiroobaandii tilmaama Birrii miiliyoona dhibba 3 fi miiliyoona 79 fi kumni dhibbi 6 fi kumni 32 fi 84 ammoo biyya keessaa gara biyyaa alaa bahuuf turanidha.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.