Fana: At a Speed of Life!

Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 404 olitti tilmaamamu to’atame

Finfinnee, Caamsaa 1, 2015 (FBC) – Eebla 20 – 26, 2015tti Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 404 olitti tilmaamamu to’atamuu Komishiniin Gumrukaa beeksiise.

Meeshaaleen karaa seeraan alaa gara alaatti ba’uu fi gara biyya keessaa galuuf turan dameewwan Gumrukaa garaagaraatti to’atamuu isaanii ibsameera.

Uffataalee, Boba’aa, Horiin dhaabbii, Meeshaaleen Elektirooniksii, Bunni, Qorichaalee, Konkolaattonni, Meeshaaleen waraanaa, Jimaa, Baalli Sammuu namaa Adoochu, Zayinni nyaataa fi Maallaqoonni biyyoota garaagaraa hedduun to’atamuu ibseera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.