Fana: At a Speed of Life!

Ministeerri Barnootaa Pritookoolii COVID-19 qopheesse

Finfinnee, Qaammee 1, 2013 (FBC)- Ministeerri Barnootaa Pritookoolii COVID-19 qopheesseera.

Ministeerri barnoota adeemsa kenniinsa bara barnoota 2014 akkaam ta’uu akka qabu Ministeera Fayyaa waliin tumsaa pritookoolii vaayrasii koroonaa qopheesseera.

Adeemsa kenniinsa barnoota bara 2014 irratti qaamolee ilaallaatu waliin mari’achuu ragaan Ministeera Barnootaarraa argamee ni muul’dhisa.

Feesbuuki keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.