Fana: At a Speed of Life!

Ministirri Dhimma Alaa Chaayinaa Finfinnee galan

Finfinnee, Sadaasa 22, 2014 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Chaayinaa Waangi Zyiin daawwannaa hojiif Finfinnee galaniiru.
Ministirichi wayita Buufata Xiyyaaraa idil addunyaa Boolee ga’an Itti aanaa Muummee Ministiraa fi Ministira Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaaqaa Makonniin dabalatee hoggantoota mootummaa olaanoo fi ambaasaaddarootaan simatamaniiru.
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.