Fana: At a Speed of Life!

Miseensonni Mana Maree waloo Paartilee Siyaasaa Naannoo Sidaamaa hojiilee misoomaa daawwatan

Finfinnee, Caamsaa 19, 2016 (FBC) – Miseensonni Mana Maree waloo Paartilee Siyaasaa naannoo Sidaamaa Aanaa naannawaa Hawaasaatti hojiilee misoomaa hojjetamaa jiran daawwataniiru.
Hojiilee Misooma Jallisii Mootummaa fi hirmaannaa hawaasaan hojjetamaa jiran daawwachuu himameera.
Paartii Badhaadhinaa Sidaamaatti Itti Gaafatamaa damee Ijaarsa Diimookiraasii Obbo Akliluu Alamuu fi Miseensonni mana maree waloo paartilee siyaasaa naannichaa daawwannicharratti hirmaachuu eerameera.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.