Fana: At a Speed of Life!

Miseensoonni raawwii mana maree diyaaspoora Ityoophiyaa raayyaa ittisa biyyaaf dhiiga arjooman

Finfinnee, Fulbaana 27, 2014 (FBC)- Miseensoonni raawwii mana maree diyaaspoora Ityoophiyaa raayyaa ittisa biyyaaf dhiiga arjoomaniiru.

Walitti qaban mana marichaa obbo Allabbaachoo Dassaleeny, lammiileen diyaaspooraa biyyoota garagaraa jiraatan deeggarsa maallaqaa raayyaa ittisa biyyaaf taasisaan dabalatee dhiiga arjoomuun himaniiru.

Miseensoonni diyaaspoora arjoommi dhiiga kanarratti hirmaataan deeggarsa taasisaan kan itti fufaan ta’uu ragaan Ministeera Raayyaa Ittisa biyyaarra argamee ni muuldhisa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.