Fana: At a Speed of Life!

Miseensota Poolisii Humna Addaa naannichaa duula birmadummaa irratti hirmaataniif sagantaan beekamtii kennuu gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Caamsaa 20, 2014 (FBC) – Miseensota Poolisii Humna Addaa naannoo Uummattoota Kibbaa  duula birmadummaa irratti hirmaataniif sagantaan beekamtii kennuu Magaalaa Walaayittaa Sooddootti gaggeeffamaa jira.

Sagantichaan miseensota poolisii humna addaa naannichaa duula birmadummaarraa deebi’aniif simannaan kan taasifamu, hoggantoota tarsima’oof beekamtii fi sadarkaa kan kennamuu ta’uu ibsameera.

Saganticharratti Preezdaantii naannichaa Obbo Ristuu Yirdaaw dabalatee hoggantoonni olaanoon naannichaa fi keessummoonni kabajaa argamaniiru.

Birhaanuu Bagaashaawutu gabaase.

Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.