Fana: At a Speed of Life!

MM Abiy Ahimad koree qindeessituu marii hayyootaa waliin mari’atan

Finfinnee, Amajjii 5, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Koree qindeessituu marii hayyootaa waliin mari’ataniiru.

Gahee hayyoonni misooma Ityoophiyaa keessatti qaban caalmaan cimsuuf sadarkaa biyyaalessatti mariiwwan yuunivarsitiiwwan 42’tti gaggeeffameera.

Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad marii gaggeeffamee ilaalchisuun koree qindeessituu marichaa waliin mari’achuu ragaan Waajjira Muummee Ministiraarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.