Fana: At a Speed of Life!

MM Abiy Ahimad miseensota Poolisii yaalarra jiran daawwatan

Finfinnee, Fulbaana 2, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad miseensota Poolisii Hospitaala RiifaraalaacPoolisii Federaalaatti dirqamaarratti miidhaamuun yaalarra jiran daawwataniiru.

Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad miseensota kanneen jajjabeessuun kennaa ayyaana bara haaraa laataniiru.

Maatii miidhamtoota kanneen waaraan dhaabuuf deeggarsa barbaachisu hunda kan taasiisan ta’uu fi Hospitaalichas sadarkaa gaariitti fooyyeessuuf mootummaan kan tumsu ta’uu dubbataniiru.

Daawwannaa kanarratt Komishinara Komishinii Poolisii Federaalaa Jeneraal Dammallaash Gabramikaa’eel fi hoggantoonni dhaabbilee mootummaa olaanoo biroo argamaniiru jedhame.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.