Fana: At a Speed of Life!

MM Abiy Ahimad Paartilee Siyaasaa Sudaan waliin mari’atan

Finfinnee, Amajjii 18, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI  Abiy Ahimad turtii Sudaanitti taasisaa jiraniin Paartilee Siyaasaafi Miseensota  garee furmaata barbaadaa Sudaan waliin mari’atan.

Mariisaaniin, qajeeltoon Ityoophiyaa giddu seentummaarraa bilisa ta’e Ityoophiyaarra darbee warreen kaaniifis kan hojjetu ta’uu mirkaneessuun uummanniifi paartileen siyaasaa hundi rakkoolee isaaf furmaata biyya keessaa akka barbaadan jajjabeessuu ragaan Waajjira Muummee Ministiraarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.