Fana: At a Speed of Life!

MM Abiy Ahimad Pireezidaanti Erdohaaniif ergaa baga gammaddanii dabarsan

Finfinnee, Caamsaa 21, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Pireezidaantiin Turkii Reesiip Xaayib Erdohaan filannoo Pireezidaantummaa injifachuu isaanii hordofee ergaa baga gammaddanii dabarsaniiru.

Filannoo Pireezidaantummaa Turkitti irraa deebiin gaggeeffameen Pireezidaanti Erdohaan injifachuun kan yaadatamuudha.

Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimadis Pireezidaanti Erdohaan irra deebiin filatamuu isaaniif ergaa baga gammaddanii dabarsaniifiru.

Yeroo itti aanuu hariiroo biyyoota lamaanii caalmaatti cimsuuf qophii ta’uu isaanii ergaa dabarsaniin kaasaniiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.