Fana: At a Speed of Life!

MM Abiy Ahimad qaamolee ayyaanni Irreecha Hora Harsadee nagaan akka xumuramuuf gumaacha taasisaan galateeffatan

Finfinnee, Fulbaana 23, 2014 (FBC)- Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad qaamolee ayyaanni Irreecha Hora Harsadee nagaan akka xumuramuuf gumaacha taasisaan galateeffataniiru.

MM Abiy fuula Feesbuukii isaaniin akka ibsanitti, ayyaanni Irreecha bara 2014 haala ho’aa ta’een kabajameera jedhan.

Irreechi ayyaana galateeffannaa, araaraa fi nagaatis jedhaniiru.

Qaamolee ayyaanni jaalalaa, dhiifamaa fi tokkummaa kun nagaadhaan akka kabajamu gumaachitan hunda Itoophiyaan isin galateeffatti jedhaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.