Fana: At a Speed of Life!

MM Dooktar Abiy Ahimad agarsiisa “Startup Ethiopia” daawwatan

Finfinnee, Ebla 3, 2016 (FBC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad agarsiisa “Startup Ethiopia” daawwataniiru.

Dooktar Abiy gama miidiyaa hawaasumma isaaniin akka ibsanitti, agarsiisni “Startup Ethiopia” Golambaa Saayinsiitti gaggeeffamaa jiru sadarkaa hubannoo, bal’ina yaada kalaqaa fi dandeettii hirmaattotaa damichaa kan itti dhiyaateedha.

Hunduu agarsiisicha daawwachuun hirmaattota waliin akka mari’ataniifis waamicha dhiyeessaniiru.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.