Fana: At a Speed of Life!

MM Dooktar Abiy Ahimad daawwannaa Keeniyaatti taasisan xumuran

Finfinnee, Guraandhala 21, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon guyyoota lamaaf daawwannaa hojii keeniyaatti taasisaa turan xumuran.

Dooktar Abiyyii fi jilli isaanii daawwannaa Keeniyaatti taasisaniin Pireezidaantii Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoo waliin dhimmoota waloo, naannawaa fi damdaneessarratti marii hariiroo biyyoota lamaanii caalmaatti cimsan taasiisuun eerameera.

Kana malees Keeniyaatti hojiilee misoomaa garaagaraa gaggeeffamaa jiran daawwachuun ni yaadatama.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.