Fana: At a Speed of Life!

MM Dooktar Abiy Ahimad Walga’ii dureewwan biyyoota Afrikaa fi Xaaliyaanii irratti hirmaatan

Finfinnee, Adoolessaa 17, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Walga’ii dureewwan Xaaliyaanii, Jibuutii, Somaaliyaa fi Keeniyaarratti hirmaataniiru.

Walga’ichi walta’iinsi qindaa’aan biyyoota gidduu akka jiraatuu fi fedhiiwwan jiranirratti mari’achuuf kan qophaa’e ta’uu ragaan Waajjira Muummee Ministiraarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.