Fana: At a Speed of Life!

MM Dr.Abiy Ahimad Aanaa Gooroo Guutuutti miidhaa awwaannisni gammoojjii qaqqabsiise daawwatan

Finfinnee, Onkololeessa 20, 2013 (FBC) –Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimad Naannoo Oromiyaa Godina Harargee Bahaa deemuudhaan Aanaa Gooroo Guutuutti miidhaa awwaannisni gammoojjii qaqqabsiise daawwataniiru.

Dooktar Abiy Ahimad Carraaqqii ittisaa mootummaan taasiseen badii hamaan kanaa olii utuu hin qaqqabiin hafeera jedhan.

Qonnaan bultoota naannichaa hoomaa awwannisaatiin miidhamaniif deeggersa barbaachisu mootummaan akka taasisu ibsaniiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.