Fana: At a Speed of Life!

MM FDRI Dooktar Abiy Ahimad dhimmoota haala yeroorratti hoggantoota paartiilee siyyaasaa waliin mari’ataa jiru

Finfinnee, Adoolessa 22, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad dhimmoota haala yeroorratti hoggantoota paartiilee siyyaasaa waliin mari’ataa jiru.
 
Sagantaa kanaan ajaandaalee 7 irratti mariin kan gaggeeffamu ta’uu ibsameera.
 
Akka EBCn gabaaseetti sadarkaa duraarratti dhimmoota biyyaalessarratti mari’achuuf walii galaniiru.
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.