Fana: At a Speed of Life!

Mootummaan Chaayinaa ergaa baga gammaddanii MM Abiy Ahimadiif dabarse

Finfinnee, Fulbaana 28, 2014 (FBC)- Irra deebiin filatamuu Muummee Ministeeraa Abiy Ahimad ilaalchisee Mootummaan Chaayinaa ergaa baga gammaddanii dabarseera.
Ergichaan hooggansa Muummee Ministeera Abiy Ahimadiin Ityoophiyaan misooma biyyaalessaa galmeessuu akka itti fuftu kan amanan ta’uu bsameera.
Chaayinaan Mootummaa haaraa Ityoophiyaa waliin hojjechuu kan itti fuftu ta’uu fi hariiroo biyyoota lameenii daran kan cimsan ta’uu ragaan Ministeera Dhimma Alaa Chaayinaarraa argame ni muul’isa.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.