Fana: At a Speed of Life!

Mootuummaan Naannoo Oromiyaa haala yeroo irratti ibsa kenne

Finfinnee, Caamsaa 22, 2012 (FBC) – Mootuummaan Naannoo Oromiyaa haala yeroo irratti ibsa kenne.

Mootummaan Naannoo Oromiyaa nagaa fi fayyummaa ummata naannichaa eeguuf yeroo kamuu caalaa kan hojjatu ta’uu Hogganaan Biiroo Dhimmoota Koominikeeshinii Naannichaa obbo Geetaachoo Baalchaa himaniiru.

Waamicha hiriira nageenyaa fakkeessani yeroo kanatti hiriira yaamuun yaaddoo nagaan olitti yaaddoo fayyaa akka tahee himan obbo Geetaachoon.

Akka Biiroon Dhimmoota Kominikeeshinii Mootummaa Naannoo Oromiyaa beeksiseetti,mootuummaan Fulbaana 30 booda hin jiru jedhuu jeequmsaa biyyattitti kaasuuf socha’uun fudhatama kan hin qabnee tahuus obbo Geetaachoon hubachiisaniiru.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.