Fana: At a Speed of Life!

Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad Dippilomaatotaaf leenjii kennan

Finfinnee, Sadaasa 14, 2015(FBC)-Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Akkaadaamii Hoggansa Afrikaatti argamuun Dippilomaatotaaf leenjii kennaniiru.

Muummeen Ministiraa Imaammataa hariiroo alaa Ityoophiyaa fi kallattiiwwan ergama dippilomaasiirratti leenjicha kennaniiru.

Leenjicharratti dippilomaatonni angafoonni fi hoggantoonni Ministeera Dhimma Alaa argamuu ragaan Waajjira Muummee Ministiraarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.