Fana: At a Speed of Life!

Naannichatti hoggantoonni 14 fi namni dhuunfaan 1 to’annoo jala oolan

Finfinnee, Ebla 5, 2016 (FBC) – Naannoo Gaambeetti hoggantoonni 14 fi namni dhuunfaan 1 to’annoo seeraa jala ooluu ibsameera.

Rakkoo nageenyaa aanaa addaa Joornaa fi Itaangitti mudateen walqabatee hoggantoonni 14 fi namni dhuunfaan 1 to’annoo jala ooluu Komishiniin Poolisii naannichaa beeksiseera.

Namoonni kunneen rakkoo nageenyaa aanaa kanatti mudate keessaa harka qabu jedhamuun to’atamuu Komishinarri Komishinii Poolisii naannoo Gaambeellaa Umood Umood ibsaniiru.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.