Fana: At a Speed of Life!

Naannichatti manneen jireenyaa fi kutaaleen barnootaa qindeessummaa Waajjira Ministira Muummeen ijaaraman hawaasaaf dabarfaman

Finfinnee, Sadaasa 30, 2016 (FBC) – Naannoo Beenishaanguul Gumuzitti manneen jireenyaa fi kutaaleen barnootaa tajaajila tola ooltummaa qindeessummaa Waajjira Ministira Muummeen ijaaraman hawaasaaf dabarfamaniiru.

Manneen jireenyaa, dareewwan barnootaa fi kutaaleen dubbisa Kitaabaa kenna Tajaajila lammuummaan ijaaraman kunneen har’a bakka Pireezidaantiin naannichaa Obbo Ashaadilii Hasan, Waajjira Ministira Muummeetti Ministirri Dhimmoota Kaabinee Aadde Alemtsahaay Phaawuloosii fi keessummoonni biroo argamanitti hawaasaaf dabarfamaniiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.