Fana: At a Speed of Life!

Naannichi galii Birrii biiliyoona 12 walitti qabuuf karoorfachuu ibse

Finfinnee, Onkololeessa 28, 2016 (FBC)- Biiroon Galiiwwaan Naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaa bara baajata 2016’tti galii Birrii biiliyoona 12 ol walitti qabuuf karoorfachuu beeksise.

Biirichatti Daayrektarri Barnootaa fi Kominikeeshinii Aadde Hiwoot Balaay Faanaa Biroodkastingi Korpooreetif akka ibsanitti, Birrii biiliyoona 10 galii idileen kan walitti qabamu ta’uu dubbatan.

Birriin biiliyoona 2 immoo tajaajila mana Qopheessaa irraa kan walitti qabamu ta’uu ibsan.

Naannichatti baatiiwwan sadan darbanitti galiin Birrii biiliyoona 2 walitti qabamuu eeraniiru.

Sisaay Duulaatu gabaase.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.