Fana: At a Speed of Life!

Naannoo Oromiyaa godinaalee fi bulchiinsa magaalota Oromiyaa gargaraatti dullii qulqulliina gaggeefameera

Finfinnee, Fulbaana 9, 2013 (FBC)- Naannoo Oromiyaa godinaalee fi bulchiinsa magaalota adda addatti guyyaan qulqullinaa idil addunyaa sosochii dulaa qulqullinaan kabajameera.

Qaamoleen hawaasa garagaraa ganama sa’aatii 12:00 irraa eegaluun duula qulqullinaa kanarratti hirmaataniiru.

Magaalaa Adaamaa ,Jimmaa,Naqamtee ,Galaan fi Magaalota naannoo Oromiyaa garaa garaa keessatti duulli qulqullin naannoo guyyaa har’aa gaggeefameera.

Duula qulqullinaa kanarratti qamoleen hirmaatan miira qulqulinni fayyaa keenyaaf murteessadha jedhuun hojii boonsaa kan hojjatan yoo ta’u jijjiirama karaa hundaan mul’achaa jiru utubanii fayyummaadhan ceesisuuf kutannoo qaban agarsiisu ragaan BDHKMNO irra arganne ni muuldhisa.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.