Fana: At a Speed of Life!

Naannoo Somaaleetti hongee muudate hordofee adeemsi baruu fi barsiisuu adda cituu ibsame

Finfinnee, Gurraandhala 6, 2014 (FBC) – Naannoo Somaaleetti hongee mudate hordofee godinaalee naannichaa hedduu keessatti adeemsi baruu fi barsiisu adda cituu, Biiroon dhimmoota kominikeeshinii Mootummaa naannichaa beeksiseera.

Naannichatti hongee mudatate hordofee manneen barnoota 338 cufamuusaanii, Hogganaan Biiroo Dhimmoota kominikeeshinii Mootummaa Naannichaa,obbo Abdulqaadir Rashiid himaniiru.

Manneen barnoota 727 hongichi hammaachaa dhufuu isaan gara cufamuutti deemaa jiraachuu eeraniiru.

Walumaa galatti sababa hongee barattoonni kumni dhibbi 1 fi kumni 91 fi 174 barnoota isaanii adda kutuu OBN gabaaseera.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.