Fana: At a Speed of Life!

Naannoon Kibbaa Tigraayitti lammiilee deeggarsa barbaadaniif deeggarsa taasise

Finfinnee, Gurraandhala 17, 2013 (FBC)- Mootummaan naannoo Kibbaa naannoo Tigraayitti lammiilee deeggarsa barbaadaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 20 fi ambulaansoota 2 taasiseera.

Manni maree naannichaa walga’ii idile 225ffaa gaggeesseen naannoo Tigraayitti lammiilee deeggarsa barbaadan akka deeggaru kan murteessee.

Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad rakkoo nageenyaa naannoo Tigraayitti muudateen lammiilee deeggarsa barbaadan deebisanii dhabuuf waamicha dhiyeessaniin deeggarsichi kan taasifame.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.