Fana: At a Speed of Life!

Nageenya mirkaneesuu fi tokkummaa fiduuf marii fi waliigalteetu furmaata – Abunee Maatiyaas

Finfinnee, Caamsaa 10, 2014 (FBC) – Nageenya mirkaneesuu fi tokkummaa fiduun humnaan osoo hin taane marii fi waliigalteen ta’uu qaba jedhan Paatiriyaariikiin Mana Amantaa Kiristiyaanaa Ortoodoks Tawaahidoo Ityoophiyaa Abunee Maatiyaas.
Yaa’iin Siinoodoosii Mana Amantaa Kiristiyaanaa Ortoodoks Tawaahidoo Ityoophiyaa Waajjira Paatiriyaarikiitti gaggeeffamaa jira.
Yaa’iiwwan Manni Amantaa Ortoodoks Ityoophiyaa waggaatti gaggeessu lama keessaa yaa’iin ” Yaa’iin Qulqulluu Sinoodoosii isa tokkoodha.
Yaa’iin Quqlulluu Sinoodoosii bara kanaa bakka abbootiin amantaa fi miseensoonni yaa’ichaa argamanitti eegalameera.
Yaa’iin kunis nageenya uummataa,mana amantaa fi biyyaatiif murtoowwan barbaachisoo ta’an ni murteessaan eegama.
Nageenya mirkaneesuu fi tokkummaa fiduun humnaan osoo hin taane marii fi waliigalteen ta’uu qaba jedhan Paatiriyaariikiin Mana Amantaa Kiristiyaanaa Ortoodoks Tawaahidoo Ityoophiyaa Abunree Maatiyaas.
Lammilee waraana,Hongee fi dhibeen dararamaa jiran baraaruuf lammiin hundi gahee irraa eegamu bahuu akka qaban dhaamaniiru.
Qiddist Birihaanuutu gabaase.
Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.