Fana: At a Speed of Life!

Namoonni dhuunfa sadii karaa seeraan alaa meeshaalee waraanaa daddabarsaan to’annaa jala oolan

Finfinnee, Amajjii 19, 2014 (FBC)- Namoonni dhuunfa sadii karaa seeraan alaa rasaasa kilaashii kuma 5 fi 610 naannoo Amaaraa magaalaa Bahiir Daar irra gara Finfinneetti daddabarsaa turan to’annaa jala oolaniiru.

Namoonni dhuunfa kunneen rasaasoota kanneen konkolaataa keessaa dhoksuun magaalaa Finfinnee galchuun gurgurtaaf wayita dhiyeessuu yaalanitti sakattoo taasifameen to’annaa jala ooluu poolisiin beeksiseera.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.