Fana: At a Speed of Life!

Obbo Adam Faaraah naannoo Somaalee godina Sitii aanaa Shinilleetti argamuun sagalee laatan

Finfinnee, Fulbaana 20, 2014 (FBC)-Af-Yaa’iin Mana Maree Federeeshinii obbo Adam Faaraah naannoo Somaalee godina Sitii aanaa Shinillee Magaalaa Shinilleetti argamuun sagalee laataniru.

Adeemsa filannoo hanga ammaatti gaggeeffamaa jirutti akka gammadanii fi filannoon karaa nagaatin akka xumuramu abdii qaban himuu OBN gabaase

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.