Fana: At a Speed of Life!

Obbo Adam Faarahi ergaa baga geessanii dabarsan

Finfinnee, Ebla 26, 2016 (FBC) – Itti Aanaan Pireezidaantii Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam Faaraahi Ayyaana Sooma Hiikaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.

Ayyaanichi Ayyaana jaalalaa, Tokkummaa, fayyaa, Obbolummaa fi badhaadhinaa akka ta’u Ummata Itiyoophiyaa fi Hordoftoota amantaa Kiristaanaa Maraaf hawwaniiru.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.