Fana: At a Speed of Life!

Obbo Araggaa Kabbadaan jiraattoota Magaalaa Dassee waliin mari’atan

Finfinnee, Onkololeessa 20, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin Naannoo Amaaraa Obbo Araggaa Kabbadaan jiraattoota Magaalaa Dassee waliin dhimmoota nageenyaa, misoomaa fi bulchiinsa gaariirratti mari’ataniiru.

Obbo Araggaan bu’uuraalee misoomaa magaalicha keessatti hojjetamaa jiran daawwachuu AMC’n gabaaseera.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.