Fana: At a Speed of Life!

Obbo Ashaadlii Hasan filannoo booda biqiltuu dhaabaan

Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) – Preezdaantiin Naannoo Beenishanguul Gumuuz obbo Ashaadlii Hasan filannoo booda biqiltuu dhaabaniiru.
Filannoo cinaatti biqiltuu dhaabuun misooma Ashaaraa Magariisaa milkeessuuf qaamni hundi ga’ee isaa ba’uu akka qabu dubbataniiru.
Akka naannichatti ganna kana Biqiltuu miiliyoona 72 dhaabuuf karoorfamee hojjetamaa jiraachuu ibsaniiru.
Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Yuutyuubiihttps://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/
Twiitara Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.