Fana: At a Speed of Life!

Obbo Awwaluu Abdii fi Obbo Fiqaaduu Tasammaan Naqamteetti ijaarsa giddugala dargaggootaaf dhakaa bu’uuraa kaa’an

Finfinnee, Waxabajjii 24, 2014 (FBC) – Ittaanaan Preezdaantii naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdii fi Itti gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa damee Oromiyaa Obbo Fiqaaduu Tasammaan magaalaa Naqamteetti ijaarsa giddugala dargaggootaa Birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 10 ijaaramuuf dhakaa bu’uuraa kaa’aniiru.

Dabalataanis jilichi proojektoota garaagaraa magaalichatti Birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 70 hojjetaman eebbisiisuu ragaan Waajjira Kominikeeshinii magaalichaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.