Fana: At a Speed of Life!

Obbo Awwaluu Abdiin Shaakkisootti Hospitaala Birrii miiliyoona 250 oliin ijaaramaa jiru daawwatan

Finfinnee, Caamsaa 17 ,2015 (FBC)-Itti Aanaan Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin Hospitaala Magaalaa Shaakkisootti baasii Birrii miiliyoona 250’n ijaaramaa jiru dawwataniiru.

Hoospitaalichi deeggarsa Dhaabbata Meedrook Ityoophiyaan ijaaramaa jiraachuu OBN gabaaseera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.