Fana: At a Speed of Life!

Obbo Dammaqaan gita isaanii Kaameeruun waliin mari’atan

Finfinnee, Adoolessa 5, 2015 (FBC) – Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin Ministira Dhimma Alaa Kaameeruun Leejeeyuun Mibeellaa waliin dhimmoota waloorratti mari’ataniiru.

Obbo Dammaqaan walga’ii Mana Maree Hojii Raawwachiiftootaa Gamtaa Afrikaa 43ffaarratti hirmaachuuf har’a Keeniyaa galuun kan yaadatamuudha.

Obbo Dammaqaan hariiroo biyyoota Afrikaa waliin qabaniif xiyyeeffannoo addaa fi iddoo olaanaa kan laatan ta’uu ibsaniiru.

Raawwii hojiirra oolmaa waliigaltee Piriitooriyaa ilaalchisee ibsa taasiisuu ragaan Ministeera Dhimma Alaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.