Fana: At a Speed of Life!

Obbo Dammaqaan haala yeroo biyyaalessaarratti hawaasa dippilomaasiif ibsa kennan

Finfinnee, Adoolessa 14, 2015 (FBC)-Ittaanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonnin haala yeroo biyyaalessaarratti hawaasa dippilomaasiif ibsa kennaniiru.

Obbo Dammaqaan Ministira Ministeera Haqaa Dooktar Geediyoon Ximootiwoos waliin ta’uun Dippiloomatoota, Ambaasaaddaroota, Hoggantoota Dhaabbiilee Naannawwa fi Idil Addunyaaf ibsa laachuu ragaan ministeera Dhimma Alaarraa argame ni mul’isa.

Ibsa kennameenis waliigalteen nageenyaa Piriitooriyaa akkataa waliigaltechaan hojiirraa oolfamaa jiraachuu hubachiisaniiru.

Sadarkaa biyyaalessaattis fooyya’iinsa imaammata ce’umsa haqaa gaggeeffamaa jiru irrattis ibsi kennameera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.