Fana: At a Speed of Life!

Obbo Dammaqaan Ministira Dhimma Alaa Chaayinaa waliin mari’atan

Finfinnee, Waxabajjii 4, 2013 (FBC) – Itti aanaa Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Ministira Ministeera Dhimma Alaa Chaayinaa Waang Yii waliin bilbilaan mari’atan.
Fedhii biyyoonni lamaan birmadummaa isaanii kabachiisuuf qabanirratti mari’achuu obbo Dammaqaan Fuula Tiwiitarii isaaniin ibsaniiru.
Keessattuu dhiibbaa keessaa giddugaltummaa alaa malee furuuf waloon kan dhaabbatan ta’uu mari’ataniiru.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.