Fana: At a Speed of Life!

Obbo Isaayyaas Jiraan itti aanaa preezdaantii Seekaafaa ta’uun filataman

Finfinnee, Muddee 8, 2012 (FBC) – Obbo Isaayyaas Jiraan itti aanaa preezdaantii Waldaa Kubbaa Miillaa Biyyoota Jiddugalaa fi Baha Afrikaa/Seekaafaa ta’uun filataman.

Preezdaantiin Federeeshinii Kubbaa Miillaa Ityoophiyaa obbo Isaayyaas Jiraan, yaa’ii waliigalaa Waldaa Kubbaa Miillaa Biyyoota Jiddugalaa fi Baha Afrikaa/Seekaafaa Yuugaandaa Kaampaalaatti har’a gaggeeffameen itti aanaa preezdaantii waldichaa ta’uun filatamaniiru.

Yaa’ichaanis preezdaantii fi itti aanaa preezdaantii waggoota 4f waldicha hogganan filateera.

Waalas Kaariyaa, lammiin Taanzaaniyaa preezdaantummaan filatamaniiru.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.