Fana: At a Speed of Life!

Obbo Iyyaasuu Wasan Pireezidaantii Konfedereeshinii Buunyaa Afrikaa ta’uun filataman

Finfinnee, Sadaasa 8, 2016 (FBC) – Pireezidaantii Buunyaa Itiyoophiyaa, Obbo Iyyaasuu Wasan Pireezidaantii Konfedereeshinii Buunyaa Afrikaa ta’uun filatamaniiru.

Yaa’iin waliigalaa Konfedereeshinii Buunyaa Afrikaa 47ffaan Finfinnee galma walga’ii gamtaa Afrikaatti gaggeeffameera.

Obbo Iyyaasuu Wasan Pireezidaantii Federeeshinii Buunyaa Afrikaa ta’uun sagalee caalmaan filatamaniiru.

Iyyu’eel Zarihuuntu gabaase.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.