Fana: At a Speed of Life!

Obbo Musxafee Mahaammad Jila obbo Ahimad Shiideen durfamu waliin mari’atan

Finfinnee, Gurraandhala 27, 2014 (FBC)- Preezdaantii Naannoo Somaalee Obbo Musxafee Mahaammad jila Ministirootaa Ministira Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shiideen durfamu waliin hongee naannichatti muudateerratti mari’ataniiru.

Hongee muudateef deebii laatamaa jiruurratti mari’achuusaanii ibsameera.

Naannichatti hongee irra deddeebiin muudatuu waaraan ittisuu fi misooma hawaasichaa mirkaneessuuf dhimmoota dandeessisaan irratti mari’ataniiru.

Tajaajiloota bishaanii, fayyaa, qonnaa fi kanneen biroo hawaasaaf guutuun, naannichatti hanqina bishaanii jiru hambisuuf fala uumuun barbaachisadha jechuusaanii ragaan Ejansii miidiyaa naannoo Somaaleerraa argame ni muul’isa.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.