Fana: At a Speed of Life!

Obbo Musxafeen dargaggoota naannichaa waliin dhimmoota waqtaawaarratti mari’atan

Finfinnee, Hagayya 2, 2014 (FBC) – Pireezidaantiin Naannoo Somaalee Obbo Musxafee Mahaammad dargaggoota naannichaa waliin dhimmoota haala waqtaawaarratti mari’ataniiru.
Kaayyoon marichaa dargaggoonni naannichaa haala nageenyaa naannichaa keessatti qooda qabanii fi haala qabatamaa biyyaalessaa hubachuuf ta’uu ibsameera.
Maricharratti Obbo Musxafee Mahaammad dabalatee, hogganaan Biiroo Nageentaa Obbo Mubashiir Dibaad, Itti gaafatamaa Waajjira Bulchiinsaa naannichaa Dooktar Hashii Qaasiim,Hogganaa Biiroo Dargaggoo fi Ispoortii naannichaa Obbo Mahaammad Mahiiddii fi hoggantoonni olaanoon mootummaa naannichaa biroon argamuu ragaan Kominikeeshinii naannoo Somaaleerraa argame ni ul’isa.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.