Fana: At a Speed of Life!

Obbo Nuwaay Gabra’aab boqatan

Finfinnee, Gurraandhala 16, 2012 (FBC) – Obbo Nuwaay Gabra’aab boqatan.

Gorsaan dhimmoota diinagdee yeroo dheeraa Waajjira Muummee Ministiraa duraanii obbo Nuwaay Gabra’aab boqatan.

Obbo Nuwaay dhukkubsatanii deeggarsa yaalaa argachaa turanis, har’a Gurraandhala 16,2012 boqachuu isaanii Biiroon Dhimmoota Koominikeeshinii Naannoo Tigraay beeksiseera.

Obbo Nuwaay daayreektara Inistiitiyuutii Qorannoo Misooma Ityoophiyaa ta’uudhanis tajajailaniiru.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.