Fana: At a Speed of Life!

Obbo Oordiin Badiriin Preezdaantii naannoo Hararii ta’uun muudaman

Finfinnee, Onkololeessa 12, 2014 (FBC) – Manni Maree Naannoo Hararii yaa’ii idilee jalqabaa waggaa 1ffaa gaggeessaa jiruun Obbo Oordiin Badirii Preezdaantii naannichaa taasiisuun muudeera.
Obbo Oordiin Badriin Preezdaantii naannichaa ta’uun ummata tajaajiluuf waadaa galaniiru.
Obbo Ordiin Badriin waggoota sadan darbaniif Preezdaantii mootummaa naannoo Hararii ta’uun tajaajilaa turuu isaanii ragaan Biiroo Dhimmoota Kominikeeshinii naannichaarraa argame ni muul’isa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna
0
People Reached
3
Engagements
Boost Post
3
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.