Fana: At a Speed of Life!

Obbo Ristuu Yirdaaw godina Geedi’ootti haala ijaarsa giddugala jijjiirrama baadiyaa Yirgaa Caffee daawwata jiru

Finfinnee, Muddee 27, 2013 (FBC)-Jilli Itti aanaa Preezdaantii naannoo Kibbaa obbo Ristuu Yirdaawun durfamu godina Geedi’ootti haala ijaarsa giddugala jijjiirrama baadiyaa Yirgaa Caffee daawwata jiru.
Obbo Ristuun magaalaa Dillaatti ijaarsa proojaktii bishaan dhugaatii baasii Birrii miiliyoona 200 ijaarramuuf dhagaa bu’uuraa ni ka’uun akka eegamuu ragaan Kominikeeshiniin naannichaarra argamee ni muul’dhisa.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.