Fana: At a Speed of Life!

Obbo Tamasgeen Xirunaan hojiilee misooma Magaalaa Baahir Daar daawwatan

Finfinnee, Guraandhala 5, 2016 (FBC) – Itti Aanaan Ministira Muummee FDRI Obbo Tamasgeen XIrunaan hojiilee misooma magaalaa Baahir Daaritti hojjetamaa jiran daawwataniiru.

Itti Aanaa Ministira Muummee Obbo Tamasgeen Xirunaa, Pireezidaantii Naannoo Amaaraa Obbo Araggaa Kabbadaa fi hoggantonnii olaanoo Mootummaa Fedeerala fi naannoo hojiilee misoomaa magaalaa Baahir Daaritti hojjetaama jiran daawwachuu AMC’n gabaaseera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.