Fana: At a Speed of Life!

Omishaaleen Doolaara miiliyoona 157’tti tilmaamaman biyya keessatti oomishamaniiru-Koorporeeshinicha

Finfinnee, Guraandhala 4, 2016 (FBC)- Baatiiwwan ja’an darban omishaaleen alaa galan Doolaara miiliyoona 157’tti tilmaamaman biyya keessatti oomishamuu Koorporeeshiniin Misooma Paarkiiwwan Indaastirii Itiyoophiyaa beeksise.

Oomishleen kunneenis Paarkiiwwan indaastirii Koorporeeshinicha jalatti bulanii fi naannawaa daldala walabaa Dirree Dhawaatti baatiiwwan ja’an darban kan oomishaman ta’uun ibsameera.

Haaluma kanaan omishaalee alaa fichisisuuf sharafaa ba’aa ture hambisuun bu’aa olaanaa argamsiisuun eerameera.

Paarkiin Indaastirii Boolee Lammii oomishaalee alaa galan Doolara miiliyoona 92’tti tilmaamaman omishuun adda duree ta’uun ibsamuu ragaan koorporeeshinicharraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.