Fana: At a Speed of Life!

Oromiyaatti Leenjiin dandeettii raawwachiisummaa qonnaan bultootaa fi horsiisee bultoota cimsuu Kennamuu eegalee jira

Finfinnee, Caamsaa 19, 2016 (FBC) –Naannoo Oromiyaatti Leenjiin dandeettii raawwachiisummaa qonnaan bultootaa fi horsiisee bultoota cimsuu Godinalee garagaraatti kennamuu eegaleera.
Badhaadhina akka biyyaatti qabamee hojjetamaa jiru milkeessuuf qonnaan bulaa fi horsiisee bulaan oomishaa fi oomishtummaa guddisuu, ittifayyadama teeknooloojiifi galtee qonnaa, qulqullina, baay’inaa fi ariitiin oomishuu fi aadaa qusannaa fi liqiirratti hubannoo ga’aa kennuuf ta’uu eerameera.
Kanaafis leenjiin dandeettii raawwachiisummaa qonnaa bultoota fi horsiisee bultoota cimsuu Naannoo Oromiyaatti kennamaa jiraachuu ragaan BKO irra argame ni mul’isa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.